TPLF selectively suspended Oromo students from University

Gabaasa Qeerroo Finifnnee Gurraandhala 28,2013

scan0003Gaaffii mirga sabaa karaa nagaa gaafachuun yakka taee biyya jiru Itiyoophiyaa keessatti barattooti Oromoo kumaatamaan hidhamanii kumaatamaan biyyaa ariamanii kumaatamaan ammo manneen barnootaa fi hojii irraa arihamaa jiraachuun isaanii baroota 21 kana keessa beekamaa dha.

Bara kana keessa gaaffii mirga sabaa gaafattan ijaarsa siyaasaa mirga Oromoo gaafatu isin boodaan jira sababa jedhuun barattoota Oromoo Yuuniversitii Kiiloo 4 jiru keessaa barattooti 10 waggaa lamaaf 23 ammoo wagga 1f arihamuun 3 ammoo guutummaatti akka Yuuniversitii itti deebiuu hin daneenyetti mootummaa Wayyaaneen arihamanii jiru.

Kanneen guutuutti barnoota isaanii irraa arihaman

1. Barataa Araarsoo Waaktolaa

2. Barataa Malkamu Mulugeta

3. Barataa Baqalu Siyum

Kanneen jedhaman yeroo tau kanneen kaan 33 taan ammo guutummaa list isaanii caasaa Qeerroon qabuun kan argame kanatti maxxansinee jirra.

Oromoon haqa ummata isaa fi rakkoo barattooti Oromoo argaa jiran kanaaf tokkummaan bakka maratti iyyachuu akka dandayutti qeerroon dhaamsa dabarsa.

scan0004 scan0005
Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: